Gareen walabummaa miidiyaafi gaazexessitootaaf falmu ‘Komitii to Pirotekt Joornaalists’ (CPJ) jedhamuun beekamu isaa mootummaan Itoophiyaa intarneetii cufe balaaleeffate. Ibsa gareen kuni gaafa ...
Gaazexeessaan OMN Mallasaa Dirribsaa waggaa tokkoo fi baatii ja’aaf erga hidhamee booda guyyoota muraasaan dura mana hidhaatii gadhiifame. Galmee Obbo Jawaar fa'a jalatti kan himatame Mallasaan, ...