Gama Lixa Itoophiyaa Godina Horro Guduruu Wallaggaatti kan argamu Warshaan Sukkaara Finca'aa oomisha dhaabuu Korporeeshinii Sukkaara Itoophiyaa BBC'tti hime. Oduun kuni kan dhagahame yeroo rakkoon ...
Walitti bu'iinsa Kabaja Ayyaana Cuuphaa irratti qarqara Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Bulchiinsa Magaalaa Buraayyu daangessutti mudateen lubbuun namootaa darbuu kanneen ijaan argan BBC'tti himan.
Results that may be inaccessible to you are currently showing.
Hide inaccessible results